Archive | June 29, 2016

Wal-dhibdee Waa’ee Ijaarsa Manneen Jireenyaa Irraa Jiraattotaa fi Humnoota Mootummaa Gidduutti Walitti-bu’insa Uumameen Lubbuun Namaa Dhabame

WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Naannoo Finfinnee bakka Nifaas Silk Laaftoo jedhamu keessa kanneen jiraatan mootummaan mana nu irratti diiguuf humnoota isaa nutti bobbaase jechuun himata. Himannaa dhaaf gara qaama mootummaatti uummati imalee utuu jiruu jala deebi’uu dhaan mana isaa irratti dhiiguu jalqaban jedhu jiraattonni kun. Mana kana hanga waggoota 40 fi isaa oliif […]

Humsn Rights Plantations Investigation Human Rights Oromo Protesters - security forces

Dispatches: Ethiopia Ascends to UN Security Council Despite Dismal Rights Record

Credible Investigation Needed Into Deaths of Protesters By Felix Horne, Researcher, Horn of Africa Ethiopia has a horrendous human rights record – but that didn’t stop its election this week to the United Nations Security Council as a non-permanent member. It’s worth noting too that Ethiopia – implicated in the deaths of hundreds of peaceful protesters […]

#OromoProtests, June 29, 2016

‪#‎Oromoprotests‬ Oduu Gammachisaa godina arsii lixa magalaa dodolaa guyyaa har’aa 29/06/2016 akkuma ganama waada seennee ammas kunoo dubbii gammachuutiin deebine. Obbo BAKAR SHAALEE nama dhiigaa ilmaan oromoo guutuu biyyaatti dhangalaasisee fi Lubbuu deebii hin qabne ficcisiisa turee hardha Dodola dhufee jaarsolee fi ummata hubannoo guddaa hin qabne dirqiidhaan aanaalee akka Kokosaaa, Nansaboo, Adaabbaa, Asaasaa, kofalee […]

Qabsoo bilisummaa afaan Oromoo: Waligayii marii afaan fi aadaa Oromoo irratti barruu dhiyaate

*Malkamuu Jaatee, Jarmanii, Frankfurt, Waxabajjii 11 bara 2016 “The future depends on what you do today (Mahatma Gandhi).” Bori hin beekne, qodaan bukoo ishee lama. Seensa Biyya lafaa kana kessatti afaan gosoota gara 7097 kessaa 32.4% Asiyaa fi 30.1% Afrikaa kessatti dubbatamu 4. Gosoota afaan yeroo ammaa biyya lafaa irratti dubbataman keessaa 50% dhuma jarraa […]

Ethiopia: it is time to stop the reign of terror of the Liyu Police

By Ali Mohamed (The Hill) — A U.S. financed para-military force known as the Liyu police are terrorizing the civilian population in the eastern Ethiopian Somali region without impunity. Three weeks ago, out of the gaze of the international media, the Liyu (Amharic for “First”) police slaughtered more than 40 villagers including women and children in Jama Dubad, a […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions