Archive | June, 2016

Ethiopia abandoning bodies of its soldiers everywhere

The Ethiopian regime abandoning bodies of its soldiers everywhere, causing psychological trauma on people in Somali region of Ethiopia (Ethiopiadj) — Residents in the Somali region of Ethiopia said the TPLF regime is dumping the bodies of its soldiers who were killed in fighting in Somalia everywhere, inflicting a heavy psychological trauma on people in […]

#OromoProtests, June 27, 2016

Barattooti Yuunibarsiitii kaampaasii Gullalee Riftivaalii sagantaa barattoota eebbifamanii irratti ijoollee Oromootiif Qoricha sagantaa irratti nyaata waliin laatameefiin hospitalatti kan guuraman yeroo ta’u, falmaa mormii kanaan dhalateenis loltooti agaazii ilmaan Oromoo afaan Oromoo haasayaan addatti miidhaa qaamaa irraan geessisuun isaaniis hubatameera. Yeroo ammaa kana Mootummaan wayyaanee ilmaan seem Oromiyaa keessatti bobbaasuun Arsii Lixaatti ajjeechaa raaawwataa kan jiran […]

Koreen Mana-maree Murtii Seeraa Yunaayitid Isteets Itiyoophiyaa Keessa Mootummaan Hunda Hammate Akka Jiraatuu fi Mirgi Dhala-namaa Akka Kabajamu Ka Gaafatu Wixinee Seeraa Haaraa Baase

Namoo Daandii WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Qopheessummaa Dimookiraaticha bakka-bu’aa Maariilaand Seneeter Bejaamiin L Kaardin-n, mata duree “S. RES. 432 jedhamun, Seerri Eegumsa Mirga Dhala-namaa Itiyoophiyaam, Mana-maree Murtii-seeraa Yunaayitid Isteetsitti, Koree Dhimmoota Alaatiin dhihaachuun himamee jira. Torban dabre keessa, Waxabajjii 23, bara 2016, Kongresii 114ffaa irratti kadhihaate wixineen seeraa kun, Itiyoophiyaa keessa, Mootummaan garee hundaa […]

African Union troops in Somalia not paid for six months

By Catherine Byaruhanga, BBC Africa, Somalia (BBC News) — The allowances for African troops fighting al-Qaeda-linked militants in Somalia have not been paid for at least six months, the BBC has learned. The 22,000-strong African Union force (Amisom) fighting the Islamist militant group al-Shabab is funded by the EU. An European Union source told the BBC […]

Oromo Voice Radio, Oromia Insight, June 27, 2016

Oromo Voice Radio (OVR) broadcasts a 30-minute long Short Wave Radio program, three times a week on Mondays, Wednesdays and Saturdays at 7:00 PM local time in Ethiopia in the 16 meter band or at 17850 kHz to the Horn of Africa in Afaan Oromo and 15 minutes program in English on Mondays. OVR is […]

Ethiopia Federal Court Adjourned Bekele Gerba et.al for Verdict

(Addis Standard) — Judges at the Federal High Court 19th Criminal Bench here in the capital have today adjourned the hearing until August 01, 20016 to give verdict involving the case for high level opposition figures. The verdict will decide on whether or not defendants have a case to defend. Today’s decision came after judges […]

OGADEN: Ethiopia’s Hidden Shame

By Graham Peebles The film centres around interviews conducted in Dadaab Refugee camp in Kenya in October 2014. And reveals the state terrorism taking place in the Ogaden region of Ethiopia.

Garbummaan Dheerate Bilisumaan Ijaa taate maalifi?

Bonsaa Caalchisaa Yeroo dheeradhaaf uummaannii qabsoo mootummaata Itiyoophiyaa dhufa darbaan waliin qabsoo gaggeessuun isaa wal nama hin gaafachisu. Haa tahuu malee erga bara 1963 Waldaan Macaaf Tulamaa hundeeffame as bifa qinda’aafi walitti fufaan mirgaa ofif falmachuu, abbaa biyyumma gonfachuu, aadaafi Afaan ofi kabachiffachuu irratti hojiin bonsaan hojjetamuun isa guyya gara gara guyyaati cima dhufe. Kaayyoon […]

LET’S UPHOLD OUR LEGENDARY, ARTIST ZARIHUN WADAJO !!!

Dear All, Art, language, history, and culture are what make one nation unique. Oromia produced many hero Artists who contributed so much not only for the development of Oromo arts, language, history, and culture but also for the struggle of Oromo people for liberation from over century colonizers. If someone asks the names, artist Zarihun […]

#OromoProtests, June 26, 2016

በኢሉባቦር ዞን በጮራ ከተማ 400,000 ብር የፈጀ ስታድዬም ይሄን ይመስላል። የግንቦት 20 ፍሬ። ልማታዊ መንግስታችን……….. ድፍት ያርግሽ አቦ Photo credit; Addisu Tolla Wurcha #‎Oromoprotests‬ Waxab. 26, 2016 Harargee Bahaa Aanaa Dadar keessatti qeerroon magaalaa Dadar galgala kana fincila dhaadannoon faayame haa kanaan gaggeessaa turan. Oduu haarawa Arsii irraa nu geesse Gootonni ummanni Oromoo fiilmii wayyaanen […]

After Brexit, what US secessionists hankering for ‘Texit’

AUSTIN, Texas (Reuters) – Emboldened by Brexit, U.S. secessionists in Texas are keen to adopt the campaign tactics used to sway the British vote for leaving the European Union and are demanding “Texit” comes next. The citizen-driven vote in Britain can be a model for Texas, which was an independent country from 1836 to 1845, […]

Asoosama: Anaa fi Ana

Kumsaa Buraayyuu tiin …..“Hindubbatiin!” jedhee erga ajaja naaf dabarsee bubbuleera.‘Dubbii keessaa faayidaan tokko illee waan hinaragamneef afaan kee qabadhuu ta’i’ jedhee guyyuu natti lallaba. Rooba keessa inni na dafqisiisu, aduu saafaa inni na ollachiisu, utuun nyaadhuu inni na huqqisu, inni guyyaa na juurtesse halakan samii gurraachatti ija baasisaa na bulchu ajaja kana ta’uu mirkaneeffachuuf Qaalluu […]

#OromoProtests, June 25, 2016

‪#‎OromoProtests‬ June 25,2016 Ergamtoonni mootummaa Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashamanneetti ilmaan Oromoo ajeeysaa turan 4 magaalaa Asaasaa keeysati qabaman . Ergamtootinni Mootummaa haaluma kanaan dura Ilmaan keenya Magaalaa Shaashamane keeysati ajeeysaa turteen Guyaa hardhas duula Ajeecha cimsanii Magaalaa Asaasaat bobafamani turan lubbuun nama osso hin badin namoon 4 tohanoo jala akka olan maddeen nanoo saniraa […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions