Archive | October 7, 2016

Genocide is taking place in Oromia by Ethiopian regime

#OromoRevolution A truck carrying Agazi has been hit with boulder rock near Metehara town falling over the cliff and killing all on board. Passerby eyewitness estimated the soldiers to be about 25 in number. ========= Konkolaataan Agaazii badhaatee gara Nuuraa Heeraa fiigaa ture Matahaaraa biratti dhagaa gaaraa itti kaafameen dhayamee qilee seenuun loltoota mara fixe. […]

Shock and grief as Calif. woman killed in Ethiopia is mourned

DAVIS, Calif. (CBS News) — An American researcher killed in a rock attack by protesters in Ethiopia this week was a talented scientist with a bright future, family members and mentors said Thursday. Sharon Gray, 31, was a leader in the study of how climate change affects plants, said Savithramma Dinesh-Kumar, chairman of Gray’s plant […]

Resolutions of the Oromoo Liberation Front National Council

QBO Rarraga Bilisummaa Dhaqqabee jiru Xumura itti Gochuun Dirqama Oromoo Maraa ti

(Ibsa ABO) Amaric Version in PDF Ummatni Oromoo, miseensotni ABO fi WBO, Qeerroon Bilisummaa Oromoo mirga ummata Oromoof jecha wareega ol aanaa baasaa turan, baasaas jiran. Baatiilee 11 dabraniif ammo addatti Qeerroon bilisummaa fakkii tahuun duungoo tahee qabsoo fuula dura furgaasuu keessatti dalagaa boonsaa fi seenaa qabeessa raawwatuu dalagaan itti jiruu fi qabatamaan mul’atutu raga dha. […]

The International Community in Ethiopia is Wrong: It Can Do Much More to Protect Ethiopian Journalists and Freedom of Speech

(Center for International Media Assistance – CIMA) –There is a common perception in the international diplomatic community in Addis Ababa that putting public pressure on the Ethiopian government to improve human rights and other basic democratic freedoms is likely to backfire. Ethiopia’s current government—which has been strongly influenced by Ethiopia’s unique history of independence in […]

un_human_rights

UN Human Rights Briefing Note on Ethiopia

Spokesperson for the UN High Commissioner for Human Rights: Rupert Colville Location:  Geneva Date: 7 October 2016 Source: UN Human Rights Office of the High Commission There has been increasing unrest in several towns in the Oromia region, south east of Addis Ababa, since last Sunday when many people died after falling into ditches or […]

14502953_1106354986126881_7397033402474506938_n

#OromoProtests – October 7, 2016

#oromoRevolution Uummanni Naannoo Sumaalee keessumayyuu magaala jigjigaatti kan argaman uummanni Amaaraa fi uummanni Oromoo nu keessa yaa bahu jechuun hiriiraa nagaa bahudhaaf marii tasisaa jirti. kanumaan wal qabatee yaroo ammatti kollejoonni dhuunfaa fi mootummatiis qaama ol’aana irra ajajnni waan itti kennameef barattoota oromoo fi Amaara haaraya fudhachuu diduun deebisa kan jiranii fi akkasuma hojattoota mootumma […]

Ethiopia: How popular uprising became the only option

By Michael C. Mammo In theory, the Oromo and Amhara are well-represented by parties in government. But they have never been perceived to have either legitimacy or autonomy. (African Arguments) — When Shibiru Amana heard gunshots ring out near his home in the town of Mandi on 26 September, he immediately rushed outside where he […]

KALEESSA ISA HAR’AA HAWWINA TURRE !!!! HAR’A AMMOO,,,!!

  SEENAA  Y.G(2005) Gaaffiin Ummata Oromoo, wareegama qaalii Ilmaansaa kafalaa jiraniin  Ajandaa addunyaa ta’aa jira. Dhimmi Ummata Oromoo deebii hatattamaa argachuu akka qabu humnoota addunyaa dirqisiisaa akkuma jiru, deebii argachuu baannaan rakkoo dhalachuu maluuf illee , addunyaa dhiphisaa jira. Bilisummaan wareegamaan ala akka hin jirre itti amannee itti seenuun yeroo nu jalaa fudhateera. Wareegamaaf eenyullee […]

Hidhamaa fi Ajjeefamaatuma  Balbala Bilisummaarra Geenyeerra

Geda Dima irraa Ummanni Oromoo Dhugaa namaa  dabsuuf, haqa namaa sarbuuf qabsaawaa hin turre, qabsaawaas hin jiru, Oromoon haqa isaaf qabsaawaa ture. haqa isaaf qabsaawaa jira. Kan dhiigni ilmaan Oromoo kumaa kitilaa dhangalahaa jiru  haqa  ummanni Oromoo akka sabaatti dhabe  deebisuuf malee  akka  iccitiin biraa hin jirre eenyufuu ifaadha. Qabsoon  kun ammoo amma  mirgi abbaa biyyumma,  […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions