Archive | October 30, 2017

Haala Qabatamaa Dhaaba OPDO fi Bulchiinsa Lammaa Magarsaa

Haala Qabatamaa Dhaaba OPDO fi Bulchiinsa Lammaa Magarsaa Milkesa Hailu irraa OPDOn akka dhaaba siyaasaa tokkootti Dadar ykn Daddabit keessatti tolfamuu ishee irraa kaastee dhaaba bu’aa ummata Oromoo tiksuuf bixxilamte hin turre. Wayyaaneetu meeshaa yookaan ulee ittiin fakkeessitee of duraa qabdee saba Oromoo gabroomfatuu fi ABO ittiin duradhaabbachuuf tolfattedha. Kanaaf amanamummaan OPDOn qabdu akka dhaabaatti […]

KIYYOO DIINARRAA OF EEGUUN, HUNDEE INJIFANNOOTI !

KIYYOO DIINARRAA OF EEGUUN, HUNDEE INJIFANNOOTI ! SEENAA  Y.G (2005) Ayyaana Irreechaa 2017 asitti, shiroota diinaa hedduu taajjabneerra. Fakkeessitootaa fi hayyaallaalattota hedduu argineerra. Loote seentootaa fi ergamtoota haaraa argaas jirra. Ayyaana Irreechaa Bishooftuutti kabajamee ilaalchisee ibsoota ayyaana duraa fi duubaa hedduu dhageenyes, arginees. Ibsoonni ayyaana duraa, qaamoota adda addaan ba’aa turan, figichaa hanna siyaasaan kan […]

Ethiopian Govt Killing Squad Perpetrated a Bloody Massacre in Ambo in Oromia State

The Bloody Massacre Perpetrated in Ambo  in Oromia State, Ethiopia  on Oct 26, 2017 by the Ethiopian Government Killing Squad, “Agazi force”   OROMIA: The Bloody Massacre Perpetrated in Ambo  in Oromia State, Ethiopia  on Oct 26, 2017  by the Ethiopian Government Killing Squad, “Agazi force” October 28, 2017 The Government of Ethiopia is continuing to commit crimes […]

Ijaan Hojjettuun Oduu Hin Hifattu!

Qixxeessaa Lammii | Onkoloolessa 30, 2017 Kan arge osoo jiru, kan dhagahe himu malee jedhee bookkisuun waanuma jiru. Haasawaan bakki hin dhaqabamne hin jiru. Waan haasawan hojitti hiikuun garuu hin salphatu. Yeroo ammaa dhimmi FXG Qerroon Oromiyaa guutuu keessatti deemaa jiru irratti yaadota gara garaa heddutu namoota gara garaan odeeffamaa jira. Abbichi many’aa osoo jiru […]

ዶ/ር ደብረጽዮን – ጀግናው የኅጻናት ገዳይ!

ዶ/ር ደብረጽዮን – ጀግናው የኅጻናት ገዳይ! ባይሳ ዋቅ–ወያ **** “ህዝባችን መንግሥት ያሉበትን አሳሳቢ ጉዳዮች በግልጽ እንዲረዳ ተገቢው ሥራ የተሰራ አይመስለኝም፣ ለዚህም ማሳያ የሚሆነው በአሁኑ ጊዜ በአምቦ እየተካሄደ የሚገኘውን አመጽ ለማርገብ የፀጥታ ኃይሎች እየወሰዱት የሚገኘውን እርምጃ በመኮነን ላይ መሆኑ ነው፣ ሆኖም መንግሥት ይህን እርምጃ ለመውሰድ የተገደደው በአምቦ ከተማ ለረጅም ጊዜ ለፀጥታ ሥጋት የሆኑ ኃይሎችን ለመመከት በማሰብ […]

Bekele Gerba released on bail – October 30, 2017

Breaking- Ethiopia’s Federal Supreme court has granted bail to #BekeleGerba after the fed high court 4th criminal bench has denied him before the summer recess. Bekele Gerba can now follow the criminal charges against him from outside prison. The judges granted Bekele’s bail for 30, 000 birr. “Manni murtii Olaanaa federaalaa Lidataa Guyyaa har’a Obbo […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions