Archive | November 1, 2017

Dhaamsa Yeroo Hayyoota Deggersa Qeerroo Irraa Darbe!

Dhaamsa Yeroo Hayyoota Deggersa Qeerroo Irraa Darbe Onkololessa 29, 2017 Finfinnee. Barbaachisumma Hiriiraafi Itti-fufiinsa Fincila Diddaa Gabrummaa Irreecha 2017 as hirira gurguddaan yeroo kamiyyu caalaa itti fufee golee Oromiyaa hundaa gahee, motummaa gabroonfataa hundee irraa sochoose jira. Haa ta’u malee humnooti fi namooti tokko tokko hiriira kana jabeessaanii mormaa turan. Uummata Oromoo garuu qabsoo isaa […]

Garaa Garummaa fi Tokkummaa Dhiigaa fi Ilaalchaa.

Qixxeessaa Lammii | Sadaasa 01, 2017 Lubbu qabeeyyii fi lubbu maleeyyiin addunyaa biyya lafaa irratti argaman cufti seenaa hidda latiinsa mataa ofii qabu. Lubbu qabeeyyii keessaa dhalli namaa qaama tokko. Waan irraa dhalate, akka itti dhalate, yeroo itti dhalatee fi bakka itti dhalatee suuta suutaan wal horee sadarkaa kana irra gahe irratti seenaa mataa isaa […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions