Archive | November 9, 2017

fdg09

Tooftaan Shiraa fi Humni Kamuu Galii QBO Hanqisuu fi Jallisuus Hin Danda’u

Tooftaan Shiraa fi Humni Kamuu Galii QBO Hanqisuu fi Jallisuus Hin Danda’u (Oromo Liberation Front) — Sadaasa 09, bara 2005 ifatti Adda Bilisummaa Oromootiin labsamee hirmaannaa Ummata bal’aa Oromootiin guutuu Oromiyaa keessatti kan dhoohe Fincilli Diddaa Gabrummaa (FDG) kunoo waggoota 12 lakkoofsisee jira. Fincila Diddaa Gabrummaa Sadaasa 09, bara 2005 bifa sanaan eegaluu keessatti wareegamni Ummatni keenya akka […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions