Archive | November 14, 2017

DLpxJ8YW4AEcNCe

Uummanni Oromoo Eeboo Abbaan Duulaa fi Waayiloonni Isaa Ittiin Waraanan Ofirraa Buqqisaa Jira!

Uummanni Oromoo Eeboo Abbaan Duulaa fi Waayiloonni Isaa Ittiin Waraanan Ofirraa Buqqisaa Jira! Baarentuu Gadaa Irraa Erga wayyaaneen uummata Oromoo weerartee waggaan 26 darbeera. OPDOn har’a  fakkeessiif akka waan aantummaa uummata Oromoo qabduu qabaa gadi na dhiisaa jechaa jirtus erga Wayyaaneedhaan uummata Oromoorratti ijaarmtee waggoonni 27 darbaniiru.  Dhaabni tun guyyaa gaafa ijaaramteerraa kaatee dirqama Wayyaaneerraa […]

ABO

Ummatni Jaalalaan Malee Lolaan Hin Mohatamu

Ummatni Jaalalaan Malee Lolaan Hin Mohatamu (Ijoo Dubbii ABO Sadaasa 14, 2017) Lola kaayyoo Wayyaanee kan farra Bilisummaa Ummatootaa, farra dimokiraasii fi haqaa tahe fiixaan baasuuf bara 1992 Wayyaaneedhaan Ummata Oromoo irratti banamee waggoota 25 dabraniif osoo addaan hin citin deemaa jirutu Wayyaanee butuchee sadarkaa amma irra gahe kana (jal-bultii xumura aangoo isaa) irraan gahe. […]

Qalliti Prison

Ethiopia torturing persons held in connection with 2016 prison inferno.

africanews.com | November 14, 2017 The national human rights body in Ethiopia has revealed that some 38 inmates currently under detention in connection with a September 2016 prison fire incident have been tortured by the authorities. The Ethiopia Human Rights Commission (EHRC) according to local media portals said the category of torture meted out included […]

Ethiopia, U.S. must champion lifting of UNSC arms embargo on Eritrea

africanews.com | November 14, 2017 Ethiopia and the United States must jointly sponsor a United Nations Security Council (UNSC) resolution aimed at lifting an arms embargo imposed on Eritrea, an ex ambassador of the United States has said. According to the one-time U.S Assistant Secretary of State Herman J. Cohen, the reason for which the […]

AS: Document Presented at the Ethiopia National Security Meeting

November 14, 2017 | Addis Standard, AS EXCLUSIVE DOCUMENT PRESENTED AT THE ETHIOPIA NATIONAL SECURITY MEETING. Addis Abeba, November 13/2017 – Yesterday, Addis Standard has published a scoop based on a document assessing the current security situation in Ethiopia and was presented at the National Security Council meeting, which was held on Friday Oct. 10/2017. […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions