Archive | November 15, 2017

TPLF today

“Sunsuma Jijjiiruun Marqa Hin Midhaaksu”

“Sunsuma Jijjiiruun Marqa Hin Midhaaksu” Waaqoo Nooleetiin Dhugaan ilma nama bira jiraachuu qabu kan yoomuu jijjiramuu fi daddaquu hin qabne waan jibbu jaalachuu dhabuudha. “MAN NO SEE DIRT , NO HEAR DIRT AND NO CLEAN DIRT” Kun akkamitti danda’amaa? Haarawoomsa,Haarawoomsa,Haarawoomsa…oggayyuu Haarawoomsa maal Haarawoomsuu? Bofni Umrii isaa muuxata malee hadhaa isaa hin muuxatu.Bofni yoomiiyyuu eenyummaan isaa […]

benishangulive

Shira wayyaaneen Magaala Debre Birhan tti  hojjechaa jirtu fi Dararaa Oromota naannoo Beenishaangul Gumuz

Shira wayyaaneen Magaala Debre Birhan tti  hojjechaa jirtu fi Dararaa Oromota naannoo Beenishaangul Gumuz Abdii Lammii  irraa Yeroo ammaa magaalaa Debre Birhaan , shawaa kaabaa tti ji’a lamaan darbe kana keessa namoota 20 oltu halkan morma qalanii ajjeesaa turan. Ajjeechaa akkasii kan raawwachaa ture  wallaalamee tureera. Gochaan akkasii magaala sana keesatti yeroo yerootti dabalaa waan […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions