Archive | Oromia

Filannoon Fakkeessaa fi Kijibaa Abbootii Irree malee Ummatoota hin Fayyadu

Bittaan gita bittoota Tigraay ummatootaa Itophiyaa irratti humna qawween of irroomse Itophiyaa tarree biyyoota hiyyeeyyii keessaa baasuu hin dandeenye. Kadhaa gargaarsa alagaa irraa argamuun jireessuu keessaa baasuu dadhabee har’as taanaan Impaayerittiin hiriira biyyoota gargaarsaan jiraatan keessatti akka hiriirtetti jirti. Saaminsi daangaa dhabe murna aangoo irra jiruun adeemsifamu abbootii aangoo duroomsee lammiilee sadarkaa of jiraachisuu dadhabuu […]

InfightingOdaaOromo2009

The Dire Need for Clarity and Direction in Oromo National Movement

By Obsih Buli Oromia is under siege in a state of war under TPLF dictatorship. What is the role of the Oromo in Diaspora under this circumstance? ODF’s trip to Shaggar for an unscheduled negotiations with the regime and the quick expulsion of the team from the country  by TPLF triggered heated cyber debate on […]

Barruun “Kanniisa” gaggeessuf qophaaye

Walaleessee  kan dubbisu—-Kumsaa dha Kaayyon  isaa ————- Uummata Oromoo akka filmaata kanarratti “KFO/MAADIRAK” filatu, filmaata booda akka warri diinaa qabxii argame dhoksanii irraa hin fudhane akka bakka hundaatti eeggatan gorsuufi. Tokkummaan keenya akka jabaatufi. Yaadannoon isaa——- Ilmaan Oromoo yeroo kan tokkummaa dhabuu keenyarraan kan ka’e rakkina nutti dhufe jalaa baqatanii biyyaa bayanii biyyoollessa biraatti rakkina […]

Barattooti Oromoo Yuniversitii Adaamaa 5 Badii Tokkoon Malee Humna Loltoota Wayyaaneen Ukkamfamuu Qeerroon Gabaase

MAQAA GUUTUU BAKKA BARNOOTAA BAKKA DHALOOTAA GOSAA FI SADARKAA BARNOOTAA fi Sadr/himannaa Addunyaa Keessoo UNV/ADAAMAA Salaale,shawaa kaabaa aanaa warra jaarsoo Electrical engineering wagaa 4ffaa (himatamaa 3ffaa) Nimoonaa(abbabaa) urgeessaa Fakkansaa UNV HAROMAYAA Shawaa kibba lixaa Soil engineering waggaa  2ffaa (himatamaa 1ffaa) Bilisummaa Daammanaa Siyyum UNV/ADAAMAA Salaale shawaa kaabaa Accounting waggaa 3ffaa (himatamaa 4ffaa) Mooyiboon (Tashaalee) Baqalaa […]

Cover-300x165

BEKELE GERBA SPEAKS!

(Addis Standard) — Born in 1961 in West Wollega region of western Ethiopia, Bekele Gerba went to elementary school in Boji Dirmaji and completed his high school in Gimbi senior secondary school. Bekele was graduated with BA degree in foreign language and literature from the Addis Abeba University (AAU) and taught in Dembi Dolo and […]

(1928 - 2015)

Seenaa Gabaabduu Obbo Aammad Sheekh Usmaan Qawwee (Abbaa Abdii)

Abbaa Abdii (1928 – 2015).  Baha Oromiyaa keessatti iddooleen seena qabeessa tahan heddu. Lola diddaa gabrummaa tiif Calanqo, harshifiif Goda Wanjii, magaalaaf Biyyoo Kharaabaa warra maqaan dhawamu. Iddooleen kun hundi, seenaa dinqifamoo odeeyfamee hin-dhumne dhagayamee hin quufamne qabu. Dur-dur, gaafa bilaash (sabiil) Carcar malee hin-jiru ja’amee, afran-qalloon itti godaanamaa ture, Biyyoon Kharaabaa madiinaa magaalotaa turte. […]

Barataan Oromoo Univarsity Walloo Keessatti Fannifamee Ajjeefame.

Caamsaa 15, 2015, Walloo, Dassee | Ayyaantuu.net Barataan Oromoo maqaan isaa Rabbirraa Biloo jedhamu Kiibxata Caamsaa 04, 2015 Univarsity Wallo, Kampasii Dassee keessaatti fannifamee ajjeefame. Barataan Oromoo kun barataa Health Science waggaa 1ffaa yoo tahu, barataa dadeettii fi namuusa qabeessa akka turee fi gaafa Wiixataa barumsaa isaa barachaa oolee gara naannoo sa’aa 1:00w.b. irraa eegalee […]

Oromia: Dhaqqaboo Eebaa, the oldest ever lived person, died at the age of 163,

(Oromian Economist) — Oromo Elder Dhaqqaboo Eebbaa  (1853-2015): The oldest man ever to have lived has died at age of 163. His eldest son Ahmed Dhaqqboo,  now  128, is  the oldest living person on earth. This is the moment of deepest sorrow for Oromo people as  they have lost their respected  elder, the  oldest and one of […]

Oromo TV

Viva Oromia, Oromo Student at St Could State University Marii Barattoota Fakkeenya Ta’an

WBOn Loltoota TPLF 30 Ol Ta’an Hojiin Ala Godhe.

Caamsaa 11, 2015. Gootichi WBO tarkaanfilee diina irratti fudhatu jabeessee itti fufuun, godinoota Harargee fi Baalee keessatti loltoota Wayyaanee irratti tarkaanfii fudhateen loltoota Tigree 30 Ol ta’an hojiin ala godhe. Abdii fi gaachanni ummata Oromoo, WBOn, godina Bahaa keessa sossohu, akkasumas godina Baale keessattis waraana Wayyaanee maqaa sakattaa jedhuun bakkoota gara garaatti bobba’uun ummata goolaa […]

BoruB2014

‘የፍቅር ከተማ’ jedhanii? ‘Yaa Marqa si Afuufuun si Liqimsuufi’

Boruu Barraaqaa Namni marqa jaalatu akka kootii tokko barruu kana mammaaksa marqaatiin yoo jalqabu hancuufatu afaan guuta. Eeyee! Marqi nyaata aadaa Oromoo ti. Ho’aatti nyaatama. Xiqqoo qabsoo waliin qabuu gaafata. Qabsoo sin liqimsaa fi nan liqimsituudhaa. Dhuma irratti maraqatu moohama. Hangamuu yoo gube afuufamee qabbaneeffamee liqimfamuun isaa waan hin oolle taha. Dubbii kaaneefitti haa deebinu. […]

Press Release: From Yemen Oromo Refugees committee of the Oromo Community of Minnesota

According to the UNHCR over a quarter of a million Ethiopian refugees are languishing in the war-torn country of Yemen. A large majority of these are of Oromo origin as they are the most politically persecuted group in Ethiopia. Aid agencies operating in Yemen describe the humanitarian crisis there as approaching critical level. According to […]

dc

OCO President Testified in front of the Council of the District of Columbia

By Habtamu Dugo Dr. Desta Yebassa, OCO Board President and Project Manager, testified in front of the Council of the District of Columbia, chaired by Ms. Anita Bonds on May 6, 2015. The Oromo Community Organization of Washington DC joined numerous community and non-profit organizations in advocating for increases in funding for their own organizations […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions