Archive | Oromia

kcs_ab23b1c3

Kisaaraa siyaasaa dhooysuuf oloola QBO irratti ofuun fafa

Doofaan waan dheengiyyan bulga’a Galmee Dhugaa irraa Kutaa tokkoffaa: Barruulee tanaan dura isiniin qooddachaa ture keessatti farreen QBO fi kittillayoota isaani akkuma barbaachisaa tahetti saaxiluuf akkan yaalu ibsuun kiyya ni yaadatama. Arra ammo xiiyyeefannaan kiyya kisaaraa/kufiitii siyasaa irraan kan kan’e oloola QBO irratti wanneen xiiyyeefatanii fi seenaa qabsoo Oromoo gatii dhoorkuuf waan sararaa adda addaa […]

Qeerroo News

Ebla 25,2015 Godina Lixa Shaggar Magaalaa Amboo, Yuunivarsiitii Amboo fi naannoo Ambootti yaadannoon gootota Oromoo bara darbee Ebla 25,2014 Keessaa ilmaan Oromoo wareegama qaalii kaffaluun qabsoo bilisummaa uummata Oromoo finiinsan waggaan 1ffaan isaa bifa adda ta’ee fi sochii warraaqsaa FDG of keessaa qabuun kabajamuu itti fufe. Goototni barattootni Oromoo Yuunivarsiitii Amboo gumaa gootota wareegamanii gootota […]

ሊሸሽጉት ያልተቻለ እዉነታ!

“ከኦነግ ጀርባ የኦሮሞ ሕዝብ አለ!” ጂቱ ለሚ ሰዉዬዉ ቁጭ ብለው ሌሊት-ሌሊት ያሰባሰቧቸዉን የፈጣን ሎተሪ ቲኬታቸዉን እየቀያየሩ ሲፍቁ፣ ሲያስፍቁና ከሎተሪ መዉጫዉ ጋር ሲያመሳክሩ ያድሩ ነበር አሉ። እናማ አንደኛዉን ሲሞክሩት ውጤቱ ሌላ ነዉ። በሌላኛዉ ቢመኩም የባሰበት ሆነ! ሌላም ቢተካ ተስፋ ዬለውም። ላይተዉት ነገር የቤቱ ምሰሶና ማገሩ ‘በፈጣን ሎተሪዎቹ’ ተስፋ ላይ የተዋቀሩ ናቸዉ። አንዱ ሲጣል በሌላዉ ሲተካ ዉጤቱ […]

Mootummaan Wayyaanee Kallattiiwwan Shanan Finfinnee Irraa Bahanii Galan Irratti Konkolaataa Dhaabsisuudhaan Sakatta’a Eegale‏

Gabaasa Qeerroo Finfinnee, Ebla 24, 2015 Akkuma beekamu baatii baatiin Ebla uummata Oromoo biratti dagatamu miti, waggaa darbe wayita kana Oromiyaa keessatti FDG baarageen barattootni oromoo,da’immanii fi maanguddoon lubbuudhaan wareegamuun kan dagatamu miti, baatiin kun bara baraan uummata Oromoo biratti kan yaadatamu ta’ee akka itti fufu dhiiga obboloota keenya baatii Ebla 2014 keessa dhangala’etu barabaraan […]

OROMO STUDENT ORGANIZATION TO HOST VIVA OROMOIA ON SATURDAY NIGHT

(KVSC News) — St. Cloud State University’s Oromo Student Organization will be hosting Oromo Night this Saturday night. This year’s theme is “Viva Oromoia”. The Oromo are an ethnic group inhabiting Ethiopia, northern Kenya and pars of Somalia. Viva Oromoia showcases eight traditional dances, poetry, skits and a fashion show along with a dinner with traditional […]

GUYYAAN GOOTOTA OROMOO EBLA 18, 2015 BIYYA NETHERLANDS KEESSATTI HAALA HO’AAN KABAJAME

Yeroo dheeraaf Guyyaan Gootota Oromoo biyya Netherlands keessatti akka sadarkaa dhaabaatti qophaa’ee kabajamaa ture. Garuu haalli kabajaa GGO bara kanaa haala baroota darban keessatti kabajamaa turerraa bifa adda ta’een kabajame. Kunis Jaarmiyaan Hawaasa Oromoo Netherlands(HON) GGO kana akka ayyaana biyyoolessaa Oromootti fudhatuun koree ayyaana kana qindeessitu itti ramaduun qopheessuu danda’uu isaati. Jaarmiyaan Hawaasa Oromoo Netherlands […]

KUFAATII (FAILURE)

Kufaatin (Failure) maalii? Failure is the condition or fact of not achieving the desired end or ends. (The American Heritage dictionary) Hiikan isaa, Kufaatiin haala ykn dhugaa galii ykn galiiwwan hawwamee/hawwaman/ gahuu dhabuuti. Kufaatiin akaakuu sadii qaba, isaaniis: 1-Good failures :- when we expect to fail and learn something. Hiikan isaa Kufaatii dansaa (gaarii):-kufaatin akka […]

Irreechi Arfaasaa Tulluu Furiitti Kabajame

Ebla 7, 2015 (Oromedia) Irreechi Arfaasaa haala hooáa fi gammachiisaan Dilabat Ebla 5, bara 2015 Tulluu Furii irraatti kabajameera. Maddi keenya Finfinnee akka nuuf gabaasetti, Ayyaana Irreechaa Arfaasaa Tulluu Furii irraatti kabajamee kana irratti ummati hedduun argameera. Akka aadaa Oromootti, Irreechaan yeroo bonni dhumatu kabajamu kun nagaan bona keessa darbanii gara gannaatti dhiyaachuuf Waaqa itti galateeffatanii dha. Abbootiin […]

Dn+House+Moyale+2503.JPG

Displaced Moyale residents find safe haven in Ethiopian village

(Daily Nation) — Burnt roofless houses with gaping holes on the walls in Moyale Town are a constant reminder to residents of violent clashes that displaced many in the region. But across the border, in Ethiopia, is another town that is a stark contrast of the Kenyan side. Ethiopia’s Zero Adi Village, a few metres […]

150323113019-ethiopia-30-exlarge-169

Harar unchanged: Inside Ethiopia’s timeless city of mosques

(CNN) The ancient walled city of Harar in eastern Ethiopia is a hard place to forget: the silent maze-like alleys, the scents of the markets, the handsome women carrying intricately woven baskets atop heads, the muezzins calling the Muslim faithful to prayer. It’s remained seared in my consciousness since my first visit in 2004. I […]

Ibsa Bu’ura Muslimoota Oromoo Irraa Kenname

Muslimooni  Itoophiyaa  hacuuccaa mootummaan biyyattii irraan gayaa jiru ufirraa faccisuuf qabsoo karaa nagayaatiin  geggeessaa jiraniif,  ummatootni nageenna jaaltan  kanneen addunyaa martinuu   sagalee tumsaa akka dhageessisanii bira dhaabatan,  jaarmayni Bu’ura Muslimoota Oromoo Waashington DC fi naannawa hundee taasifate  kabajaa guddaan  gaafata.  Mootummaan Itoophiyaa murna amantii kan ilaalcha addaa qabu Lebnaan irraa biyya seensisee, ummata Muslimaa wayyaba […]

OPDO 25th Anniversary Celebration in Finfinnee

Boycotting the secretive 25th Anniversary plan of OPDO

(Oromo Community in Sweden) OPDO – the TPLF creation in Tigray out of POW’s amongst Dergue’s soldiers have been ordered by their masters to claim the Oromo area of Darraa as their place of foundation until this year, 2015. This year, they are once again ordered by their masters to shift their place of birth […]

Empowring Macha Tulama

Objective To empower Macha Tulama Cooperative & Development Association (MTA) so that the organization can achieve its mission. Mission The mission of MTA is to advocate for sustainable cultural and socioeconomic development in Oromo society with a focus on rebuilding indigenous national institutions based on Oromo democratic tradition and values such as the Gadaa system. […]

ኣቶ ኣባይ ፀሃዬና ወያኔዎች ሆይ! በዋልታ ሃሰት ፋብሪካ ኣማካኝነት ኣዲስ ፈብርካችሁ ለማሰራጨት ያሰባችሁት የማስተባበያ ድራማ የኦሮሞን ህዝብ ልብ ሊገዛላችሁ ኣይችልም!

(ቦሩ በራቃ) | Ebla 3, 2015 ለራስዎም በወጉ መመከር የነበረብዎት የ‘ጠቅላይ ሚኒስትሩ’ ‘ኣማካሪ’ ኣቶ ኣባይ ፀሃዬ ሆይ! የፍንፍኔን ማስተር ፕላን ተግባራዊነት ኣጉዋተቱ ባሉዋቸው የኦሮሞ ህዝብ ወገኖች ላይ ያቺን ኣነጋጋሪዋን ‘ልክ እናስገባለን’ ቃልዎትን ከሰነዘሩ እነሆ 50 ቀን ገደማ ሆነው። 50 ቀን ማለት ባለስልጣናት ነን ለሚሉት እንደርሶ ላሉ ‘የኣገር መሪዎች’ ቃል ማረሚያ ኣንደ 50 ኣመት የሚቆጠር ረጅም […]

“ GOGAA LAAFAATTI MARUU ”

SEENAA Y.G (2005) —kutaa 2 ffaa | Ebla 2, 2015 Barru har’atti odoo hin ceenee , Barruu kiyya kutaa 1ffaa ilaalchisee Namni tokko yaada dhuunfaatti naa katabeen kan naaf qoode dubbiftootaaf dhiheessuun barbaada. Namni kun yaada dabalataa kanatti aanu naaf gumaachee jira. Akkas jedhe/jedhan, hiikkaa “HAYYUU” jedhuuf keesse kun dhugaadha. Waan itti idaate tokkollee hin […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions