Media mootummaa wayyaaneen to’atamuu fi harka egamtoota isaatti argamu TVO jedhamu irra hojjechaa kan turte Gaazzexeessituu Magartuu Lammii sirnicha waliin hojjechuu lagachuun biyya alaa dhaqxetti koolugaltummaa gaafachuu ishee SBOn mirkaneesse.

123magartuu

(SBO) — Maddi Oduu SBO Torontoo Kanadaa irraa har’a Fulbaana 27, 2015 akka hubachiisetti TVO, kan ummatni TV qonnaa ykn TV. A. Duulaa jechuun yaamu, sirna wayyaaneen to’atamuu fi harka OPDOtti argamu irra hojjechuun Oduu dubbisaa kan turte gaazzexeessituu Magartuu Lammii sirna Wayyaanee kan ummata Oromoo irratti yakka gugurdaa hojjechaa jiru jalatti deebitee waliin hojjechuu lagachuun Torontoo Kanadaatti koolugaltummaa gaafattee jirti.

Dhaggeeffattoota keenya gara fuula duraatti gaazzexeessituu Magartuu Lammii waliin gaaffii fi deebii goonee isinii dhiheessuuf kan carraaqnu ta’uu isin beeksisna.

13 thoughts on “Gaazzexeessituu Magartuu Lammii koolugaltummaa gaafatee

  1. Biyya irraa bahuun gaazexeessitootaa qofti akka bu’aatti ilaalamuu hin qabu. Biyyas taa’amee, alas bahamee qabsoo ummata Oromoof bu’aa buusuun ni danda’ama. Yoo sab-boonummaan jiraate. Akkasumas, biyyas taa’amee alas bahamee Wayyaaneef hojjechuun ni danda’ama yoo gantummaa fi diinaaf bitamuun jiraate. Keessa ilaallachuun kan keenya.

  2. Oh !! Margituu Lammii defected? Who could be next Margituu? Ahhhhhhhhh. Abbaa Duulaa( Dullaa) Gammadaa’s Oromo Brainwashing Central Bureau (DHTVO) Tesfaye Jemaneh’s Omomiyaa Bureau for Agricultural Surplus Propaganda Affairs (DhTVO) Muktar kadir’s headed TPLF liaison Bureau for Mass murder (DhTVO) are in bankruptcy. They are in chronic deficit, thrown into disarray ; beyond recovery to collect revenue from Oromiyaa to hand over it to Ethiopia’s colonial treasury (bejiroond) . But, but, watch out! we do not know, soon or even later, these defectors could have bi-pedal missions ; because Abbaa Duulaa Gammadaa and Haile-Maryam Desalegn are vainly busy of sending many wolves in sheepskins to Oromo communities elsewhere, to North America, Europe, Africa, the Middle East and Australia.

  3. Rakkina jiràchù danda’u

    Namôni Amerikà Kàbàt baqatan hogummà isanî itti fufuf rakkinni guddàn isàn hin argatu. Yô cimsanî hojjetan làyô dhumatti milkayù ni dandahu.

    Warri Awuropàt baqatan immô gidrà cimàt isàn èga. Awuropàn kulî malè nama sammùn hojjechù fedhu hin jallattu.
    (Professional career issue: Unlike North America & Australia, the old contininet “EU” is mostly for laypersons and unskilled laborers)

    Kanàf jecha, baqatôta Oromo dhihô kana Awuropà dhufan hawàsnî nànô sana jiru GORSA gàrîf iyyàfannà ba’èssa isànif làchù qabu.
    (Fakènyaf, Adde Saaliyaa Abbaanagaa isatti kan ishîn asaylamî gàfatte? Awuropà tànàn cimsite “informationî” gahà argachù qabd !)

    Sirna hamà kolonèfatà Habashà baqachùn kanuma jiru. Garù jirènyi dhùnfà immô itt fufù qaba.

    Kun yàda dhùnfà dha.

  4. She has no any maturity and expertise to be call journalist and not fit to be called in political arena. Rather she follow her 3rd husband (and decide to not to miss for the 3rd time marriage) who used to be communication officer at Adama city municipality. Qabsoo ummata Oromoo namoota rashituu akkasiitti hin safariinaa.

  5. @Senayt

    For what ever reason she defected ,as long as she is not a spy of TPLF, the Oromo diaspora will welcome her.

    @Oromo diaspora

    Be cautious that some defectors are TPLF spies. Do not bring them to key positions before testing them.

  6. Sanayti,

    If she was for economic reason, who should be held responsible for her economic well being? What happened to the double digit economic growth of the cannibal Ethiopian rule? If is not going to improve the economic well being of her, where is this growth going? Either the economic growth the cannibal and the devil Ethiopian rule claim to have recorded must be a lie or it is not for Oromians.

  7. the government should n,t blamed by any means for not rewarding each citzen an automobile and villa house but if it failed creating job opportunity and expanding infrastractual facilities.

  8. @Tolinna I like your comment. Oromoon disporaa keenyaa dhimmaa hin qabu iyyuu irraa kan hafe. Warabbessi biyyaa isaa hin beeknee dhaqee kalee naa hafa jedhe jedha oromoon.

  9. Sanayt,

    Your cry about her defection is just like the cry slave owners go through when their slaves escape. The slaves have risen up and the slave owners are going to be executed by freed slaves.
    By the way you have to disappear from this site because your argument is dry and dump. Your argument is just like babies who are about to start talking. When they start learning how to talk, kids repeat the same sound over and over. Your argument is monotonous. Please go and argue with you age met babies.

Leave a comment.

Your email address will not be published. Required fields are marked*

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.