Guyyaa Har’aa Godina Wallaggaa Magaalaa Mandii Keessatti FXG Qeerroon Gaggeeffamu Itti Fufee Jira.
[SQ,mudde, 4,2017] Barattoota mana barumsaa Qophaa’iina, sadarakaa Mandii fi qeerroon magaalaa Mandii Dangaa Oromiyaa haa kabajamuu, gaaffiin bartootaa Yuunvarsiitii gaaffii keenya, hidhamtoota Oromoo baddii tokko malee mana hidhatii dararama jira haa gadhifamni, haaromsa jettani Odeessuu dhiisatti dursa hidhamtoota qabsoo haqaf Wayyaaneen hite jirtuuf dubbadha haromsii mana hidha irraa jalqabuu qaba jechuun Sagaalee isanni dhageessisa oolaniiru.

Leave a comment.

Your email address will not be published. Required fields are marked*