The following is list of 15 people killed by Agazi in Chalanqo today (December 11, 2017) with their place of birth

Maqaa Wareegamtoota guyyaa arraa #Calanqotti wareegaman Ganda itti dhalatan waliin
1, Abdii Saalii Hassan (Duusee)
2, Saalii Hassan Ibroo (Duusee)
3, Abdallaa Isaaq Ibroo (Duusee)
4, Haarun Hassan Ahmed (Duusee)
5, Mikaa’il Abdoo Hassan (Duusee)
6, Muummee Aadam Hassan (Duusee)
7, Toofiq Abdoo Hassan (Duusee)
8, Feesal Isaaq (M/Calanqo) Umrii #10
9, Abdumaalik Ussoo (Gutaa)
10, Saanii Yuuyyaa (Duuyda Elaa)
11, Mohammed Abdallaa (Bakkajjo)
12, Taajuu Yaasuu (Duuyda Elaa)
13, Jaarraa Naasir Aadam (Waleensuu)
14, Mohammed Shaamil shek Mohammed (Duuyda Elaa)
15, Mohammed ykn Awwadaay (Eela habroo)
Namoota Lama yeroodhaaf Maqaan addaan hin baane. Via Sirkanan Ahmed


#Ethiopia #Chelenko.ጨለንቆ የንፁሐን ደም በከንቱ እየፈሰሰ ነው ። ከህጻን እስከ አዛውንት በጨካኙ የሕወሓት ጦር አጋዚ በርካታ ሰወች በከባድ መሳሪያ በስናይፐር ተኳሾች በማነጣጠር የጨለንቆን ሕዝብ በጅምላ እየፈጁት ነው ። ሕወሓት ሲገል ሪፖርት የሚያቀርበው ኦሕዴድ የሟቾች ቁጥር 6 ሲሆኑ የቆሰሉት 14 መሆናቸውን ገልጿል። ያከባቢው ነዋሪዎች ግን የኦሕዴድ ሪፖርትን በማጣጣል በርካቶች መገደላቸውንና መቁሰላቸውን ይናገራሉ ። #MinilikSalsawi


Chalanko, East Hararge, Oromia the picture of barbarity
#OromoStruggle #Oromia 


“Fadiis Araddaa “Nagaya Bobbaasitti ” liyu polisi irraa namnii 9 ajjeefamee jira. isaan reefka nama sadii qofa fuudhatani Amma sa’aa kanatti Makkalaakayaa Oral2 Baabileerraa Garas deeme jira Reefkka Liyyu Kana fudhuuf fakkaata. mee dafi Minishootaa fi Jiraatoota Keenyaan Ofeggannoo Godhaa Jadhiin dafi ergaan kun Amma Nagahe Warra Madaaye irra tokko ” Ahimad Bashiir ” Nama Jadhamu itti dabali.” Via Mohammednur Guye


Gurbaan kunis har’a Calanqotti dhayamee Dirree Dhawaa hospitaala Dil Corratti lubbuun dabartee jirti. Fira barbaadaa “mican kun arratan calanqoti xiyyitdhan dhahane dirre dawa hospital dill corra kessati lubbun issa dabbarte nama tokko kan micakan bekku dhabame nutti dhimma birratif achii jirra akka issan garra Mana reffkaa hin gessine dhorga jirra mee nama miccaa kana bekku nuf iyyafadha” – Via Adem Misoma


#ወልዲያ-ወልዲያ ዩኒቨርስቲ 3 ተማሪዎች ሲሞቱ 11 ተማሪዎች ከፍተኛ ጉዳት ደርሶባቸው ወደ ሆስፒታል ገብተዋል::
የዚህ ውዝግብ መነሻው ከትግራይ በመጡ ባለስልጣናት ከመከላከያ እና ከፌደራል ፖሊስ ጋር በመሆን የትግራይ ተወላጅ ተማሪዎችን ብቻ ለይተው መኪና በማቅረብ አውጥተው ሊወስድ በተነሳ ግጭት ነው:: Via Dhábasá Wakjira Gemelal


#LabsiiMuddaa-“Yeroo ammaa kana irraa kaasee naannoo Oromiyaa keessatti qaamni kamuu daandii guddaa federaalaa irraa km5 kallattii hundaan fagaachuu qaba, qaamni kamuu poolosii oromiysaas dabalatee konkolaataa dhaabsisee sakatta’uu akka hin dandeenye, hiriira bahuun akka hin danda’amne, kan biraa immoo naannoo walitti bu’insa daangaa irratti ummanni soomaalees ta’ee Oromoo iddoo daangaa san irraa km5 of duuba siqanii jidduu isaanii banaa godhanii akka jiraatan!”
Kanaan Oromoo bulchuun abadan hin ta’u!! – Via  Dhábasá Wakjira Gemelal


#Waldiyaa-Yeroo ammaa kana Naannoo Amaaraa Moora University Woldiyaa keessatti mormii guddatu jira. Agaaziin marsee jira. Yeroo ammaa kana aara imimmanessa baratootatti godhiisuun falmicha dhaabuuf yaalii gochaa jiru. ijollerrattis dhukaasaas jiru.
Falmaan garuu itti fufee jira. Via Dhábasá Wakjira Gemelal

Leave a comment.

Your email address will not be published. Required fields are marked*