Itti aanaa ministera haajaa alaa USA,Tom Malinowski (VOA photo - N. Ching).
Itti aanaa ministera haajaa alaa USA,Tom Malinowski (VOA photo – N. Ching).

WASHINTON,DC (VOA Afaan Oromoo) — Tom Malinowiskii,ittti aanaan ministera haajaa alaa damee demkiraasii,mirga namaa fi hujii imatluu Afirkaa dhaqeef hardha Itoophiyaa jiraa,ministera odeeffannoo obboo Geetaachoo Reddaatii fi bulchoota akka akkaatiin wal mari’ate.

Akka odeeffannoo Ministerii Haajaa Alaa US irraa arganenetti mariin tun ta pirezidaanti Obaamaan ganna dabre muummee ministera Itoopbhiyaa,obboo Hayilee Maariyaam Dessaalenyi waliin diidessinee wal dubbata faana dhufte.

Bulchootii tun dhimma Oromiyaatii fi akka biyyitii keessa jirtu irratti wal dubbatan.Keessattu haala Oromiyaa irratti mootummaan Itoophiyaa ummatii Oromoo yaaddoo qaba jedhee amanuunuu akka jecha Maalinowiskiitti waan duratti nama deemsisaati.

Malinsowiskiin Riwaandaatti dhaabbilee ummataa waliin karaa sab-qunnmatii jabeessu dandahaniin,karaa dhaabbilee mootummaa hin tahin tohataniin fa irratti mari’atan.

Burundiitti ammoo faaydaa ariifatanii mirga namaa eeguuf qorachuun barbaachisaa taheef dubbatan.

Keenyaatti ammoo bulchoota mootummaa, paarlaamaa, dhaabbilee ummataa, abbootii amanatii fi tii fi bulchoota mootummaa nagaa eegan waliin waan heddu iratti mari’achuuf deema.

2 thoughts on “Itti Aanaan Ministera Haajaa Alaa Amerikaa Imaltuuf Afrikaa Jiraa Itoophiyaatti Goree Bulchootaan Wal Mari’ate

  1. Probably he give them an idea how tplf can exterminate more people……I don’t expect good thing when white policitiians visits African countries….

  2. The american went to Ethiopia to boost the collapsed moral of the tplf/woyane. These americans do not want to to loose their house niggers. The Oromo people must not be folled once again. The Americans and the EU want the tplf to stay in power at any cost. The Oromos and others must know that the Americans have never been friends of the Oromos or the Amharas. If you want your freedom you have to fight for it. NO free freedom.

Leave a comment.

Your email address will not be published. Required fields are marked*