13087704_1001645853217024_7337810209177981802_n
Dirribee Gadaa, 3rd from left

April 25, 2016

Dirribee Gadaa, one of our own gifted artists (in maroon) was recently selected to participate in the ongoing ‪#‎ArtistsForRefugees‬ — A UNHCR Initiative which enables talented refugee artists drawn from various countries to showcase their talent while at the same time sharpening their artistic skills. A big shoutout to Diribe for her resilience in rising against all odds and making us proud!

On April 30, 2016

After Dirribee‘s performance on the coveted stage last night together with Kenya’s famous hip-hop artist OCTOPIZZO (In hat)— A brain behind‪ #‎Refugeenius‬ Initiative!

dirribee_gadaa

dirribee

dirribee1 dirribee2 dirribee3




3 thoughts on “Kenya: Artist Dirribee Gadaa’s performance at UNHCR #‎ArtistsForRefugees Initiative

  1. Dirribee ya dirribee geerari ,dhukaasi
    warabessi Dirribee nyaate maaliif hin yuusuu dide jedheen yaadaan rakkachaan ture.sagaleeke ishee akka nadhii dam’aa mi’ooftu san qabattee baga lubbuun nuuf jiraatte Dirribe keenya .

  2. Ani Sirba isii kan yaa Taaddalaa koo jedhu sana qalbii na hawwate, akka Taaddalaa Dirribee of ilaala. Dhugaan ana jedhee mana. Dirreebee ilee argee hin beeku, warri sii miti Taaddalaan jedhus hin jiru. wayii ana Taaddalaa Dirribee , Dirribee jiraachuu isiif yaa Gammade Rabbi haa nuuf jiraachisu.

  3. Haqaaf lallaban akka artistoota Oromoo, WBO ijaaran akka Daawud Ibsaa, gabroomee hin jiraadhu edhaan akka barattootaa, Hidhaa fi du’a hin sodaadhu jedhan akka OFC.
    Dirribee Gadaa artistoota haqaf lallaban keessaa tokko.

Leave a comment.

Your email address will not be published. Required fields are marked*

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.