Alisomali on Oromo protesters have time and hope on their side, the TPLF face gloom and doom
Berhanu on Har’a maaltu taanaan OPDOn afaan biraa dubbachuu jalqabdee?
kejela fekadu on OCO: Presents New Year 2018 Concert In Washington, DC
Sobdu on Har’a maaltu taanaan OPDOn afaan biraa dubbachuu jalqabdee?
Happy 15th anniversary. I wish you more many productive years to come. You are already doing the best in defending oromo cause with the meager material and human resources you have.
Please be strong and source of optimism for oromo. We got enemy to fight, be selective in the use of neutrality. Thanks.
Baga hoggaa 15 ffaa kabajaa Oromoo TV tiin isin ga’e. Jabaadhaa nu ilmaan Oromoo lafa jirru hunda heddu gammane, heddu nu boonsitan, hujii seena qabeeysa hojjetan.
Ammoo wantiin isin yaadachiisuu barbaadu waan ummata Oromoo gammachiisaa hojjedhaa
Ummata Oromoo kan sagaleen isaa baroota dheeraaf ukkaamame san sagalee isaa akka taataniif asumaaniin hadaraa isinitti dhaamadha
Biyyi teenya Oromian ammallee gabrummaa jala jirti, lafti keenya saamamaa jira, injifannooleen duraan dhiiga gootota ilmaan Oromoon argamanilleen shasharafamaa jira, kanaaf yaa obboleyyen median kun yeroo akkanaa kana keessatti kan hoggaa 15 isaa kabajaa jiru. Kanaaf an akka nama tokkotti hedduun gammade jabaadhaa.
Oromian Nibilisoomti!!!
Congrats to the Oromo TV! Pioneers charter the course new comers would follow. We learned a lot from Oromo TV and the radio broadcasts of the Oromo TV personalities over the years.
Many thanks.