‪#‎ODUU_GAMMACHIISAA‬ 29/7/2016 G/H/Lixaa aanaa ‪#‎Gammachiis‬arr.‪#‎burqaa_albudaa‬ ganda ittayyi keessatti basaastota ummata rakkisanij fi agaazii dura deemanij ummata qabsiisaa jiran irratti ‪#‎qeerroon‬ tarkaanfii qabeenya isaanii irratti fudhatee jira, obboleeyyan lama 1,af-yaa’ii Ahimad Usmaa’il fi Wardii Usmaa’il dhi.dubarti araddaa kan taate midhaan ooyruu isaa guutuu barbadeeffamee fi mana jireenyaa isiitis daaressanii jiru walduraa duuban!yoo gochasaanii hin dhiifne tarkaanfii dhumaa fudhachuuf qophiidha jedhu qeerroon! Via


Har’a 29/07/2016 waaree booda magaalaa Sulultaa bakka Daalota jedhamutti balaa abiddaa warshaa ‘Allied Chemical’ jedhu keessatti kaheen namoonni lama battalumatti abiddaan yoo gubatan, kan miidhaman lakkoofsan hin beekamne!!
Odeeffannoo dabalataaf hawaasicha naannoo sanaa gaafachaa jirra!!

13669605_848867521880371_88336550058759683_n


‪#‎OromoProtests‬
More reinforcement of Agazi soldiers arrived in Begi, West Walaga as the regime fears renewed protest across Oromia. Via Naf-tanan Gaadullo

13606799_265481750499939_7085226749007268103_n

13686755_265481757166605_3753379280598681676_n



‪#‎OromoProtests‬
Ammaan kana Konkolaataan Salaam bus kan gara Harargee deemaa ture Tarkaanfii magaalaa Haramaayaa keessatti irratti fudhatameen osoo Harar hin ga’in magaalaa awwadaay waajjira poolisii jalatti uummata harcaasee uummanni konkolaataa birootiin akka deeman taasifamaa jira.Foddaan isaa caccabee jira haala hin taaneen harkaa ba’ee waajjira poolisii jalaa seene.”


‪#‎OromoProtests‬
Magaalaan Holataa guyyaa ar’aa bifa kanaan mooraa waraanaa guddoo fakkaattee bariitee, haaluma kanaaniis oolte. Via Sirkanan Ahmed

#‎oromoprotests‬ Adoolessa 29/2016)Godina Lixa Shaggar Gidduu Gidduu Galeessa Oromiyaa Aanaa Walmaraa Magaalaa Holotaa Keessatti Warraaqsii Biyyooleessa Oromoo FXG Hojii dhabdoota, barattooota dhaabbilee barnoota Olaanoo irraa # Degree_Diploman eebbifamanii hojii dhabduu ta’ani jiran, fi dargaggootaa fi uummata hojii guyyaa hojjechuun Of jiraachisaaniin guyyaa hardhaa magaalaa Holotaa keessatti Warraaqsii Qabsiifamuun Hoomaa waraanaa Wayyaanee Waliin wal dura dhaabbatan.
Dargaggootni Qeerroon Oromoo Gidduugaleessa Oromiyaa Aanaa Walmaraa Magaalaa Holotaatti Goototni barattootni Oromoo dhaabbilee Barnoota olaanoo irraa sadarkaa barnoota
# digirii_diploma fi Ogummaalee garaagaraan eebbifamanii waggoota dheeraa hojii dhabduu ta’ani jiranifi dargaggootni hojii humnaan guyyaa guyyaatti illee hojjeetanii jiraatan hojii dhabuu fi Lafti qabiyyee abbaa isaanii Investeroota mootummaa wayyaaneetiin kan irraa samame waan ta’eef jiruuf jireenyaan uummatni oromoo Aanaa walmaraa fi Magaalaa Holotaa haala rakkisaa keessa jiraachuu irraa Qee’ee keenyarratti falmannee wareegamna jechuun kutannoon hoomaa waraanaa fuldura dhaabbachuun warraaqsaa finiinsuun gaaffii mirga abbaa biyyummaa hogganoota waraanaa Magaalaa holotaa irra qubatanii jiranitti fi uummatarratti bobbaafamanitti kallattiin dhiyeeffatan. Uummatni fi Qeerroon dargaaggootni Oromoo gamtaan ka’uu irraa mootummaan wayyaanee haalaan soda guddaa keessa galuun Hoomaa waraanaa uummatarratti bobbaasuun guyyaa hardhaa homaan Waraana Wayyaaneefi Uummatni Oromoo jiraattootni magaalaa Holootaa waldura dhaabbachaa kan oolaan ta’uun hubatamera. Guutummaa gabaasaa kanaan walitti deebina.
Injifannoon uummata Oromoof!!
13876600_1410809882278824_8313954476907649403_n


Good job Gonder!!

Is Agazi afraid of Gonger people while killing kids in Oromia interesting facts!! Via Eli Darash



‪#‎FXG‬ In human history , a human being is perfer dignity (respect) from all precious things than kicked in his ass and living a life of luxury. Dying is better than living respectless (indignity) luxury life and kicked in your ass as a donkey and trash . My Message is to TPLF police, Civil Servant , Son and Daughter of poor choice one thing that is respect or respectless . You are serving TPLF, but they pay you back kick in your ass and throw away you as a trash. See the following picture what happened against your fellow police officer in Finfinne today. You don’t know what is your fate and happen to you tomorrow and make a decision as soon as possible.

13775825_1053403481422032_9151428415232961623_n

3 thoughts on “#OromoProtests, July 29, 2016

  1. In addition to the confrontations between the political and military power of the government and the ordinary citizens it is also heartbreaking to observe the biblical time and menelik time wretched town and village scenes having red soil uneven roads, rusty and tattered age old corrugated rooff covering old wooden stick walls standing at slanted angles seeming to be crushing anytime whenever strong wind blows across the village.

    At the same time we are told that the country is enjoying fantastic economic growth of the century with emerging world class black millionaires riding on the black market as always. Amazing indeed! 🙂

  2. This dirty agazi must be stopped who simply forget his dry country who came to finfine their empty feet or without proper shoe they simply for get their famine. Now after they full their stomach and wear the proper shoe of military they are showing their nazi behaviour in our land we must break them we must defeat them soon we must put them in their place where they are belong. All agazi must be put in jail and they will pay heavy price to their fascist behaviour. Our disunity gave them whatever they wanted to do we must unite to defeat this animals tplf because of our mistake they are known standing in our people head this picture says a lot to those who have mind in that country. Wake up Ethiopian people To all police men and women in Ethiopia you must you unite beside your people tplf is your enemy. They are here to degrade you to make you shameful. the only people who feel pain for you is all Ethiopian people tplf is enjoying on your pain.
    We need quick answer from all Ethiopian police officer to unite with your people you know how we felt now. you know how tplf is enjoyed in your pain. you must unite with your people and free yourself from slavery fascist nazi tplf group of banda. and they will pay heavy price. tplf must be defeated soon

  3. Those who posted this picture is brave you are exposing fascist tplf please show this picture clearly that fascist man face he will pay heavy price soon

    To all Ethiopia people stand-up for your right stand up stand-up stand up for your right. tplf fascist is standing in your children head this picture must rise the Ethiopian people unity and fight this fascist tplf and defeat them soon.
    dying in dignity is very respect full by confronting tplf but dying in this way is very hurtful . those of you who say Ethiopia, Ethiopia today after this picture hear burning Ethiopian people must rise for their own dignity.

Leave a comment.

Your email address will not be published. Required fields are marked*