#OromoProtests – Mass Protests, February 28, 2016

‪#‎Oromoprotests‬ ‪#‎StopGenocide‬ ‪#‎WarraaqsiOromohaajiraatu‬‪#‎TPLFoutofOromia‬
Hardha warraaqsi roga Oromiyaa mara keessatti qabsiisame Jimmaa fi Agaaro, akkasumattis hanga Gommaatti Karaan ykn daandiin cufamuu isaa mirkanaawwe jira. Karaan kuni dabalata karaa Jimmaa fi Iluubaaboora wal quunnamsiisuus waan ta’eef Jimmaa fi Iluubaaboora gidduus cufamee jira. Karaan kan cufame toftaa hedduutti dhimma bahuu fi konkoolaataa gurguddaanis dabalata ta’uu isaa jiraattootni naannoo Yabbuu gabaasanii jiru.
Guccin warraaqsa bilisummaa Oromoo fi farra faashiistumaa Wayyaanee haala cimaan gaggeessamu isaa gootowwan Yabbuu, Geembee fi Agaaro qooda guddaa gumaachuun qeeqan kana dura bifa walalootin barreese akkan deeffadhu ykn dachaaffadhu dhiibaa narraan waan gahaniif dachaaseen jira.


#OromoProtests
Oromia is in an alarming situation which is equivalent to “Red Terror”. We can definitely claim “red-terror” is coming back. The Agazi and Federal army settled in Oromia are committing arbitrary killings. They go over the residence in the night, take away youths, kill them and throw their dead bodies away. A grade 10 student from Ambo Motuma Fayera was killed the same way and his body was found.

More than 10 killed this week this way in Ambo area only; corps of 3 people who are killed this way was found from Woliso area. We remember those bodies found in water in Nekemte area.

10322725_1696948493894767_5176954099057085607_n

No comments yet.

Leave a Reply

Designed and Developed by NextGen IT Solutions