#OromoProtests – Mass Protests, February 29, 2016

‪#‎OromoProtests‬
Guyyaa har’aa Gurraandhala 29,2016
Godina Harargee Lixaa Aanaa Daroo Labuutif
Yero amma Waranni Agaazii konkolaataan baay’een humna agaziitin weerarmate jirti tanafu iff egannoo cimma akka gootan


#OromoProtests Guyyaa har’aa Gurraandhala 29/2016 fincilli xumura gabrummaa jabaatee itti fufaa jira goodina booranaa magaalaa meeggaatti qeeyroon booranaa dhaadannoo warraaqsaatiin lafa sossoosaa jiran..
12799253_1286312054728608_5745422685581467601_n


Breaking:
Agazi’s are firing at people in Arsi district of Ziway Dugda, Ogcho town as students and residents held protest rally. Casualties are not yet reported. The rally is going on since 3pm this afternoon.
*******************************************
Godina Arsii Bahaa magaalaa Ogolchoo A/zuwaay dugdaa keessatti hiriiri mormii gaggeeffamaa jira. Loltoonni uummatarratti dhukaasa bananiiru jedhama.


Warraaqsii FXG daran jabaachuun Itti fufee Jira.

Gurraandhala 29,2016

Godina Kibba Lixa Shaggar Walisootti Warraaqsi biyyoolessaa Oromiyaa FXG’n daran jabaachuun itti fufuun daandiin konkolaataa Finfinnee irraa gara Kibba Lixa Oromiyaa Jimmaatti dabarsu haala banamuun hin danda’amneen cufameera.

Godina Kibbaa Lixa Shaggar Walisoo, magaaloota akka Diilallaa, Obbii fi Tulluu Boolloo irratti haalaan cufameera. Tajaajilli geejjibaa gara Kibba Lixa biyyattiitti geessus dhaabbatee jira. Hiriirri mormiis gaggeeffamuuf adeemaa jira. Waraanni Wayyaanee agaaziin humnaa ol magaalaa Walisoo irra qubsiifamee jiru daandiin waan cufameef miillaan gara magaalota Diilallaatti bobbaafame rakkoo keessa jiraachuun muldhatee jira. gama biraatin
Godina Boorana A/diretti Magaalaa Megati FDG bifa suura armaan gadiirratti argitan kanaan akkuma itti fufetti jirra


Last night Agazi killed three people in Metta village, Jimma Arjo District, East Walaga. Two of the victims are identified as brothers Tesfaye Chali and Fayyisa Chali. They were attacked in their own house.
==============
Eda halkan godina Wallagga Bahaa Aanaa Jimmaa Arjoo ganda Qotee Bulaa Meettaatti tarkaanfii humni Agaazii uummattarratti fudhataniin lubbuu namoota 3 ajjeesaniru, kanneen du’an keessaa obbolaa lammaan kan ta’an 1.Tasfayee Caalii 2.Fayyisaa Caalii, namni sadaffaan hin beekamne eenyummaan isaa.


Gurraandhala 29/2016) Magaalaa Finfinnee keessatti Uggurii guddaan Tajaajila Geejjibaa dhaabuun konkolaachiftootaan Fudhatameen Guyyaa Har’a Rakkoo Geejibaa Guddaan Uumamuun Uummanni Osoo Hin Jaallannee gara FXGtti seenee Jira.

Magaalli Finfinnee har’a ganama irraa kasuudhan haala suuraa kana ibsuun bakka hundaatti mul’attee jirti. Geejjibni tajaajila dhaabuu irraan kan ka’e magaalaan FF haala kana keessa kan seente yoo tahu, humni waraana wayyaanee bakka jiruu bahee daandii guutee ummata eegaa jira.

Ummanni lafa barii ganama A.L.Itti sa’a 12 irraa kaasuun haala kana keessa jira. Bakka hedduuttis mormiin ummataa jiraattoota magaalaa Finfnnee keessaa hojjetoota dabalatee mootummaa mudduu irratti argamti.
Godinoota addaa kanneen akka Sabbataa, Laga Xaafoo fi Sulultaa kanaan wal qabsiisuun ummanni gara FXGtti makamee jira. Magaalli Finfinnee guutummaatti waraana wayyaanee fi poolisoota Finfinneen dhuunfatamtee jirti. Suuraa dabalata qabnuun gabaasa addaa waliin walitti deebina.
Injifannoon Uummata Oromoof
taxi


‪#‎addisTaxiStrike‬ “ታክሲዎች በአስቸኳይ ወደ ሥራቸው የማይመለሱ ከሆነ የማያዳግም እርምጃ እንወስዳለን! ጎማ እናተነፍሳለን ፍሬቻ እንሰብራለን ስፖኪዮ እንነቅላለን”

-ተጠቅላይ ሚ/ን ሃይለማርያም ደሳለኝ lol
12791039_1139372232761980_7534631309574252698_n


በሰሜን ጎንደር ዳባት ሕዝባዊ እምቢተኝነት ተቀሰቀሰ | ወደ መቀሌና ሽሬ የሚወስዱ መንገዶች ተዘጋግተዋል
FEBRUARY 29, 2016
በሰሜን ጎንደር ዳባት ሕዝባዊ እምቢተኝነት መቀስቀሱን ከአካባቢው የሚመጡ መረጃዎች አስታወቁ:: ምንጮች እንደሚገልጹት ወደ መቀሌና ሽሬ የሚወስዱ ወይም ከዚያ ወደ ዳባት የሚያመጡ መንገዶች ተቃውሞውን ባነሳው ሕዝብ በድንጋይ እና በ እንጨት መዘጋጋቱ ተሰምቷል::
በዳባት ከተማ ሕዝቡ ሕዝባዊ እምቢተኝነቱን ያነሳው ከወልቃይት መሬት እና ከመልካም አስተዳደር ጋር በተያያዘ እንደሆነ ከስፍራው የሚመጡ መረጃዎች ጠቁመው ሕዝባዊ ቁጣው እስከ እኩለሊት ድረስ እንደቀጠለ ምንጮች አስታውቀዋል::
ይህን ጉዳይ ተከታትለን እንዘግባለን::


ኢሳት ሰበር ዜና — የአዲስ አበባ ታክሺ ሹፌሮች አድማ መቱ

ከአዲስ አበባ ታክሲ ሾፌሮች መብት አስከባሪ ኮሚቴ የተሰጠ መግለጫ

መንግስት ጉዳዩ የሚመለከተንን ሳያወያይ መብታችንን የሚጥሰና ስራችንን የሚይስተጓጉል ህግ አውጥቶ በስራ ላይ አውሏል። ይህ ህግ ገና በጥንሡ እያለ የወሬ ወሬ ሰምተን ከመንግስት ጋር ለመወያየት ጥያቄ ብናቀርብም አድማጭ አላገኘንም። ስለዚህም መብታችንን ለማስከበር እና አድማጭ ለማግኘት ከዛሬ ሰኞ የካቲት 21 ቀን 2008 ዓ/ም ጀምሮ የስራ ማቆም አድማ ጠርተን በተሳካ ሁኔታ መጀማርችን ይታወቃል።አሁንም መንግስት ለአቤቱታችን አዎንታዊ መልስ ከመስጠት ይልቅ ወደ ዛቻ እና ማስፈራሪያ ገብቷል። የታክሲዎች ታርጋ እንፈታለን፣ ሾፌሮችን እናስራለን፣ ባለንብረቶችን እናሳራለን እያለ ነው። እንዲህ አይነት ማስፈራሪያ መፍትሄ መሆን እንደማይችል ልንመክር እንወዳለን። ህጉን ለሶስት ወር እናዘገያለን የሚለውን ማታለያም እንደማንቀበል ልንገልጽ እንወደለን። መግስት በአስቸኳይ ይህንን ህግ ሙሉ በሙሉ በ አዋጅ ካልሻረ እና ያለአግባብ ንሮ የሚገኘውን የነዳጅ ዋጋ ከአለም ገበያ አኳያ እስካላስተካከለ ድረስ

1) በአዲስ አበባ የተጀመረው የታክሲዎች የስራ ማቆም አድማ ተጠናክሮ ይቀጥላል።

2) በሀገሪቱ በሙሉ ያሉ ሾፌሮች አድማውን ይቀላቀላሉ።

3) መንግስት ፍትሀዊ ጥያቄያችንን በሃይል ለማፈን ከሞከረ ከስራ ማቆም አድማ አልፈን በመኪኖችችን መንገዶችን በመዝጋት ማንኛውንም የተሽከርካሪዎች እንቅስቃሴ ለማገት የተዘጋጀን መሆኑን ልናስጠነቅቅ እንወዳል።

በዚህ ክስተት የተከበሩ ደንበኞቻችን ላይ ለደረሰው መጎሳቆል ከልብ እናዝናለን። ህዝቡ ላደረግነው መብታችንን የማስከበር ጥረት ቀና የሆነ ትብብርና ግብረ መልስ በመስጠት ከጎናችን እንደሚሆን ስለአረጋገጠልን ልባዊ ምስጋናችንን እያቀረብን መብታችን እንደተከበረ በፍጥነት እና በተሻለ መልኩ ወደስራ በመመለስ እንደምንክሳችሁ ቃል እንገባለን።

አስተባባሪ ኮሚቴው
ፊርማ የማይነበብ


የአዲስ አበባ ትራፊኮች ዛሬ ቁርጥ እና እቁብ የለም:: ‪#‎Ethiopia‬ ‪#‎AddisAbaba‬ ‪#‎TaxiDriversStrike‬
ይህችን ሁለት ቀን ቁርጣችሁን አውቃቹህ ተቀመጡ::የአዲስ አበባ የታክሲ ሹፌሮች በትራፊክ ፖሊሶች ዝርፊያ እንደተማረሩ የሚታወቅ ነው::ቁርጡን በልቶ እቁቡን ከፍሎ ከአንድ የባለታክሲ ባለቤት እጥፍ እጥፍ የሚኖረው የትራፊክ ፖሊስ የወር ደሞዝተኛ ሳይሆን ተመጣጣኝ ባለሃብት ነው:;አሁን የወጣው የአሽከርካሪዎች ሕግ ደግሞ ለትራፊክ ፖሊሶች ጉቦ እና ዝርፊያ ከፍተኛ ክፍተት የፈጠረ ቦዘኔ የሚወልድ እና ስራ ገዳይ ነው:: ‪#‎MinilikSalsawi‬


‪#‎BilisummaaOromoo‬, (29.02.2016, ‪#‎WaamichaShaallaa‬, Oromiyaa) Arsii Lixaa Aanaa Shaallaa keessatti mootumaman Wayyaanee waraana konkolaataa 7n bobbaasee darggoota Oromoo fixuuf socho’a jira. Ummati Oromooa akka dargaggoota Oromoof hin birmanneef immoo dabballooti Wayyaanee ummata walgahiin qabdee jirti.

Dargaggoota Oromoo Gaara Urjii fi Jaamaa keessa jiran humnaan qabuuf yookaan afixuuf yeroo ammaa kanatti Agaaziin konkolaataa 7n marsitee eegaa jirti. Haala kana maseensuuf, ummati Oromoo ilmaan isaaf hatattamaan dhaqqabuu qaba; ilmaan isaa dhumaatii jalaa oolchuuf gamtaan ka’ee akka biramutus waamichi dhiyaatee jira. Warri Arsii Lixaa gootumama keessaniin ilmaan keessan akka baraarsitan abdii qabna!!
10995296_10207698575934134_1822021025726049317_n


‪#‎BilisummaaOromoo‬, (29.02.2016, ‪#‎DiddaaOromoo‬, Oromiyaa) Godina Shawaa Kibba Lixaa AMMAYYARRA namoota ji’a laman dura qabamani hanga amma mana hidha walisoo keessatti dararama jiran keessa kan maqaa arganne:-namoota umurii 70 oli nama 8 keessa kan maqaa arganne:-
1 jamal hasan umurii 90 ijaan kan hin argine.
2 shalema dirbaba umurii 82.
3 indala tafarra umuri 71.
4 nagasa gulti 70.
5 ragasa taye fi kanneen biroo………. @Barsiisa nama 9 keessaa kan maqaa arganne:-
1 dirriba jabessa
2 sisay hoquba
3 wagari shalema
4 tasfa wald maram
5 gadafa oli
6 tasfaye taye fi …….,………
@ hojjattota waajjira keessa nama 7 keessa kan maqaa arganne:-
1 damana imanu
2 abdi bekele
3 tujuba bekele
4 bekele mosisa …………….
@ waldaa walqo oromiyaa irra
1 cimdi hundessa
2 fayera shuguxe
3 tashoma galana
@Q/Bultoota nama 128 keessa kan maqaa arganne
1 dame ejjeta
2 tade injigu
3 dajane belamo
4 tashoma iyasu
5 tsagaye…….
Gaafa guyyaa 13 /06/ 2008 kan mana hidha galan
1 warkitu
2 masarat
3galana damana dabalate namoota 14 ammas kan galchan @waliigalatti ammayya qofarra namoota 170 olitu murtee tokko malee mana hidhatti walisootti rakkacha jira.

One Response to #OromoProtests – Mass Protests, February 29, 2016

  1. Ammaa Yeroon February 29, 2016 at 9:51 am #

    “Change does not roll in on the wheels of inevitability, but comes through continuous struggle. And so we must straighten our backs and work for our freedom. A man can’t ride you unless your back is bent”~Martin Luther King, Jr. 🙂

Leave a Reply

Designed and Developed by NextGen IT Solutions