Hattuu fi Gantuu Irraa Dhugaan Hin Eegamu!

Qixxeessaa Lammii | Onkoloolessa 31, 2017 Jiruu fi Jireenya dhala namaa keessatti wal dhabbii fi walii galteen ta’iinsa jiru. Wal dhabbiin dhalatu karaa lama lolaa fi nagayaan furama. Furmaatni lolaan argamu wal dhabbii lolaan dhufe. Wal dhabbiin akkasii yeroon karaa nagayaa haasawaan furmaata argatus ni jira.Qaamni wal dhabe araaramuuf fedha guutuu wal fakkaatu yoo qabaate […]

Support Macha Tulama Association to Help those who are deliberately Displaced and those who are daily victimized in different regions of Oromia by the TPLF

Urgent Appeal: Support Macha Tulama Association to Help those who are deliberately Displaced and those who are daily victimized in different regions of Oromia by the TPLF The wider world is unaware that almost half a million Oromo nationals have been deliberately displaced by the TPLF dominated Ethiopian regime from the border areas of eastern and […]

Haala Qabatamaa Dhaaba OPDO fi Bulchiinsa Lammaa Magarsaa

Haala Qabatamaa Dhaaba OPDO fi Bulchiinsa Lammaa Magarsaa Milkesa Hailu irraa OPDOn akka dhaaba siyaasaa tokkootti Dadar ykn Daddabit keessatti tolfamuu ishee irraa kaastee dhaaba bu’aa ummata Oromoo tiksuuf bixxilamte hin turre. Wayyaaneetu meeshaa yookaan ulee ittiin fakkeessitee of duraa qabdee saba Oromoo gabroomfatuu fi ABO ittiin duradhaabbachuuf tolfattedha. Kanaaf amanamummaan OPDOn qabdu akka dhaabaatti […]

KIYYOO DIINARRAA OF EEGUUN, HUNDEE INJIFANNOOTI !

KIYYOO DIINARRAA OF EEGUUN, HUNDEE INJIFANNOOTI ! SEENAA  Y.G (2005) Ayyaana Irreechaa 2017 asitti, shiroota diinaa hedduu taajjabneerra. Fakkeessitootaa fi hayyaallaalattota hedduu argineerra. Loote seentootaa fi ergamtoota haaraa argaas jirra. Ayyaana Irreechaa Bishooftuutti kabajamee ilaalchisee ibsoota ayyaana duraa fi duubaa hedduu dhageenyes, arginees. Ibsoonni ayyaana duraa, qaamoota adda addaan ba’aa turan, figichaa hanna siyaasaan kan […]

Ethiopian Govt Killing Squad Perpetrated a Bloody Massacre in Ambo in Oromia State

The Bloody Massacre Perpetrated in Ambo  in Oromia State, Ethiopia  on Oct 26, 2017 by the Ethiopian Government Killing Squad, “Agazi force”   OROMIA: The Bloody Massacre Perpetrated in Ambo  in Oromia State, Ethiopia  on Oct 26, 2017  by the Ethiopian Government Killing Squad, “Agazi force” October 28, 2017 The Government of Ethiopia is continuing to commit crimes […]

Ijaan Hojjettuun Oduu Hin Hifattu!

Qixxeessaa Lammii | Onkoloolessa 30, 2017 Kan arge osoo jiru, kan dhagahe himu malee jedhee bookkisuun waanuma jiru. Haasawaan bakki hin dhaqabamne hin jiru. Waan haasawan hojitti hiikuun garuu hin salphatu. Yeroo ammaa dhimmi FXG Qerroon Oromiyaa guutuu keessatti deemaa jiru irratti yaadota gara garaa heddutu namoota gara garaan odeeffamaa jira. Abbichi many’aa osoo jiru […]

ዶ/ር ደብረጽዮን – ጀግናው የኅጻናት ገዳይ!

ዶ/ር ደብረጽዮን – ጀግናው የኅጻናት ገዳይ! ባይሳ ዋቅ–ወያ **** “ህዝባችን መንግሥት ያሉበትን አሳሳቢ ጉዳዮች በግልጽ እንዲረዳ ተገቢው ሥራ የተሰራ አይመስለኝም፣ ለዚህም ማሳያ የሚሆነው በአሁኑ ጊዜ በአምቦ እየተካሄደ የሚገኘውን አመጽ ለማርገብ የፀጥታ ኃይሎች እየወሰዱት የሚገኘውን እርምጃ በመኮነን ላይ መሆኑ ነው፣ ሆኖም መንግሥት ይህን እርምጃ ለመውሰድ የተገደደው በአምቦ ከተማ ለረጅም ጊዜ ለፀጥታ ሥጋት የሆኑ ኃይሎችን ለመመከት በማሰብ […]

Bekele Gerba released on bail – October 30, 2017

Breaking- Ethiopia’s Federal Supreme court has granted bail to #BekeleGerba after the fed high court 4th criminal bench has denied him before the summer recess. Bekele Gerba can now follow the criminal charges against him from outside prison. The judges granted Bekele’s bail for 30, 000 birr. “Manni murtii Olaanaa federaalaa Lidataa Guyyaa har’a Obbo […]

Oduu gara garaa – Onkoloolessa 29, 2017

Oduu gara garaa – Onkoloolessa 29, 2017 “አስቸኳይ ማሳሰቢያ ወያኔ በመላው ኦሮሚያ ጠንከር ያለ አዲስ ጥቃት ለመሰንዘር ዝግጅት ማጠናቀቁን ታማኝ ምንጮች አመለከቱ። ከጥቅምት 18 2010 ጀምሮ የሚከተሉትን እርምጃዎች ለመዉሰድ ሰፊ ዝግጅት አድርገዋል። 1. ኦሮሚያ ውስጥ በሚኖሩ ብሔር ብሔረሰቦች ላይ ግዲያ መፈጸም 2. ለሰላም የቆሙ የኦሮሚያ ፖሊስ አባላትን ከጸረ ሰላም ኃይሎች የቆሙ በማስመሰል የስም ማጥፋት ፕሮፓጋንዳ […]

Ethiopia, DRC govts risk losing legitimacy over crackdown on peaceful citizens

Ethiopia, DRC govts risk losing legitimacy over crackdown on peaceful protests of citizens By Abdur Rahman Alfa Shaban (Africa News) — Governments of Ethiopia and the Democratic Republic of Congo (DRC) risk losing all legitimacy with lethal crackdown on citizens engaged in peaceful protests. This is the position advanced by Herman J. Cohen, a former […]

Security crisis in Ethiopia’s Oromia region badly affecting businesses

Security crisis in Ethiopia’s Oromia region badly affecting businesses By Abdur Rahman Alfa Shaban (Africa News) — Some businesses in Ethiopia’s increasingly restive Oromia region are feeling the heat of the renewed anti-government protests. Local media portal, The Reporter Ethiopia, disclosed that a newly built cement manufacturer, Habesha Cement SC, had been forced to shut […]

ARGAA IRRA DHAGEETITTI AMANUUN MADAALA DHUGAA GADI BUUSUUDHA!

Qixxeessaa Lammii |Onkoloolessa 29, 2017. Kan arge osoo jiruu kan dhagahe dubbachuuf jarjaruun amaluma dhalli namaa uumaadhaan qabuudha. Sammuun dhala namaa qabeenya daangaa hin qabneedha. Yoo abbaan ofitti daangesse garuu buqqee duudaadha. Bal’ina, dheerina, fageenyaa fi dhiheenya surrii/sammuu ilma namaa bikkanii hammana jechuun rakkisaadha. Ilmaan namaa qabeenya taadhii daangaa hin qabne kana qababaachuu of irratti […]

GAADDIDDUUJIRAACHISUUN ABBAA JIRAACHISUU DHA

Abbaa Urjii tiin: Dhiheenya kana, qilleensi Oromiyaa milkiilee injifannoo walitti dhaabaniin misiraachoo bilisummaa bubbisaa jira. Kuni, umriin Wayyaanee fii dargaa isii gabaabbachaa dhufuu labsa. Haalli kuni, haala mootummaan Hayle Sillaasee dhuma bara 1974 keessa limtee fii kan tan Dargiin bara 1990 irraa kaasee keessa lixxeen wal fakkaata. Yaroo sanitti, lachuu, waa hunda caalaa wanni barbaadaan […]

Democratization of Media: The Next Major Oromo Agenda

Democratization of Media: The Next Major Oromo Agenda Begna Dugassa, Ph.D Introduction In my previous work, I identified that the media has eight major functions (see Dugassa, 2016[1]). It informs, educates, entertains, molds opinion, advocates, provides a framework of thinking, records events and connects people and ideas. In the paper my argument is that when […]

The Root Causes of Ethiopian Political Crisis: Beyond Ethiopian Nationalism and Ethnicit

The Root Causes of Ethiopian Political Crisis: Beyond Ethiopian Nationalism and Ethnicity Yoseph Mulugeta Baba, Ph.D.* (This essay is an excerpt from my forthcoming book entitled, Negritude as the Recovery of Indigenous African Political Leadership: The Case of Gadaa Oromo Political Philosophy) Abstract I argue that the present Ethiopian political leadership pleads for a shift of […]

QABSOON RARRAGA INJIFATNOO IRRA GEETTE, BACANCARSA FARREENIIN ITTI AGGAAMATAMEEN HIN DHAABBATTU

Qixxeessaa Lammii | Onkoloolessa 28, 2017 Ummatni Oromoo erga gabrummaa alagaa jalatti kufee jaarraa tokkoo ol laakkawataa jira. Bittaan alagaan bara baraan irra gahu itti hammaachaa deemuu malee irraa fooyyamee hin beeku. Dhukkubni bubbule fira ta’a akkuma jedhamu ummatni gabrummaa irra turee oowwifate gabrummaa bilisummaa seeha. Miidhama qaamatti fudhatee sammuun hadoodee jiruu gadadoo keessummeessuu erga […]

U.S. issues sixth Ethiopia ‘security message’ in 3 months after Ambo clashes

africanews.com | Abdur Rahman Alfa Shaban, 10/27/2017. Ethiopia: The United States embassy in Ethiopia has issued a ‘security message’ citing renewed clashes in Oromia region. The clashes in Ambo and two other areas led to deaths and injuries blamed on special federal forces, the ‘Agazis.’ The Thursday October 26, 2017 release becomes the sixth such […]

Qe’ee Keenya Irratti Ajjeefamuun Kan Dhaabbatu Qabsoo Bilisummaa Qofaani

Qe’ee Keenya Irratti Ajjeefamuun Kan Dhaabbatu Qabsoo Bilisummaa Qofaani (Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo) Saamicha qabeenyaa, qe’ee ofii irraa humnaan buqqifamuu, hidhaa fi ajjeechaa dabalatee roorroon TPLF/EPRDF Ummatoota irratti geggeessu akkuma sirnichi tortoraa deemeen guyyuma irraa guyyaatti dabalaa fi hammaachaa dhufuu irraa kan ka’e, roorroo kana of irraa dhaabsisuudhaan mirga ofii kabajsiifa-chuudhaaf qabsoon haqaa Ummatootni Impaayera […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions