Raadiyoo Sagalee Walabummaa Oromiyaa Adoolessa 28, 2015


Uummatni Oromoo mootummoota addunyaa dantaa mataa isaanii qopha eegsisuuf fiigan irraa furmaata eeguu dhiisee of irratti hirkannoon qabsoo isaa finiinsuun furmaata jedhu dargaggootni Oromoo Oromiyaa irraa.

Oduu, Gaaffiif Deebii dimma daawwannaa Pirezedaantiin Ameerikaa Baaraak Obaamaan impaayera Itiyoophiyaatti taasisan irratti dargagoota Oromoo Oromiyaa waliin taasifnee fii qophilee keenya biroo…..

No comments yet.

Leave a Reply

Designed and Developed by NextGen IT Solutions