Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Caamsaa 29, 2016


2 Responses to Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Caamsaa 29, 2016

  1. Aba Biya Warabadi May 29, 2016 at 1:50 pm #

    Qeerroo, you are doing great job All the Oromo people must behind you, support you, stand by you. You are succrifying great. We shall stand behind you.
    The Oromiya armed forces must cooperate with with. Those genuine leaders, not those those who fights by remotecontroll. Cooperate with those experienced and genuine leaders. The Oromomo organizations are infiltrated by the enemy. There are self appointed leaders who are on tplf/woyane payroll.

    You must have security and intelegence organizations. Security and intelegence is vital. Information about infiltrators from inside.

    God/allah bles you. Oromos shall be free from humiliation by tigres. We are humiliated by the bloody tigres. Inshallah.

  2. Jimma May 30, 2016 at 6:39 am #

    Waan dandessu Oromoof hojjadhu. Oloola wal irrati haasa’u oso hin ta’in, oromoo bifa haaran ijaaru irratti qooda fudhachudha. Yaadanis haa ta’u. Bakka Oromoon wal argu-kesattu kan akka “Oromo-Center” kanatti akka namooti bakka adda addatti achitti argaman hojjachu qabna. Ammaantana gaaffi bilbiltudha. Irratti hojjatamu qaba. Amman argetti amanaa miti “diversity” arge achitti. Korreedhuma ‘adhoc” taate dhaabani hojii seeran itti galuf hin gargaara sila. Kanaa ala lafa irra harkifata. Yaada samutti qabatani taa’u mannaa yaaddo jiru ummata fuldura kaa’un gaaridha. Ummati itti mari’ata. Kana kana yaadi.

Leave a Reply

Designed and Developed by NextGen IT Solutions