1 thought on “Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Ebla 8, 2016

  1. hi,

    Qeerroo Jabahda!!! Be tough and stay focused!!!

    Yoo hallii cimmee cimmaan inumaa demmaa, jedhama. Kana hojaadhan agaresistaan,woyanen OPDO irraa garaa humena waranaatii jijireettee bulchinssaa ishee.

    “This shows;1. Its Administration is fully disrupted– great achievement!!! Wonderful work.
    2. Finance partially disrupted; the Woyane banks still operating in Oromia think
    of this very well.
    3.Transport partially disrupted; keep on working intensively what you are doing now.
    4.Military– is giving up, loosing hope make them worn out, shout on them, show them bored,sad face, etc.”

    Tarkanfii fudhatamuu qabuu;

    1. Umaanii Oromo hundiinu lenjii warana qeyee qeyee issatii fudhachu qaba ciminan. Kun wan jiraachuf baduu wan ta’eef.
    2. Oromia kessatii godinootaa hara ummaachuun garii dhaa, Akkumaa waranii wayaanee umaattet. Godinootaa Oromof tolu umaa. san umaatattii himaa.
    3. Bassassitu dubaretotaa fi dhiraa, kan biyaa allaa fi kessas jiraan hundumaa ijaa to’aano jalaa galefadha. Oddun biyaa alaa irraa demetee issiin midhu wan dandesuf bayee off egadhaa biyaa allaa irraa wan taa’uu.

    Waqayoo issiin wallin ha ta’u, CD wins!!!

Leave a comment.

Your email address will not be published. Required fields are marked*