Tag Archives | Kiyyoo

KIYYOO DIINARRAA OF EEGUUN, HUNDEE INJIFANNOOTI !

KIYYOO DIINARRAA OF EEGUUN, HUNDEE INJIFANNOOTI ! SEENAA  Y.G (2005) Ayyaana Irreechaa 2017 asitti, shiroota diinaa hedduu taajjabneerra. Fakkeessitootaa fi hayyaallaalattota hedduu argineerra. Loote seentootaa fi ergamtoota haaraa argaas jirra. Ayyaana Irreechaa Bishooftuutti kabajamee ilaalchisee ibsoota ayyaana duraa fi duubaa hedduu dhageenyes, arginees. Ibsoonni ayyaana duraa, qaamoota adda addaan ba’aa turan, figichaa hanna siyaasaan kan […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions