They are looting the entire country, specially Oromia, which is the richest and largest region of Ethiopia.

========================================================

“Magaalaa Bishooftuu keessatti gaafa guyyaa 9/04/2010 ganamarra konkolaataan makalakayaa ooralin lakk.gabatee isaa 05935 kan ta’e kasala konkolaata guutu osoo lafa dhoksaatti gurguraa jiru tumsa qeerroo fi poolisii Oromiyaan to’annaa jala oolera.”

 Jawar Mohammed

 


Oduu hattuu
Namtichi dhalataa Tigree ta’e tokko kan maqaan isaa Kassete Ababe jedhamu magaalaa Mattuu keessatti qarshii milliona 2.3 dabalatee cheekii baankii adda addaa kan namoota irra wolitti qaberuuf meeshaalee gaatii guddaa baasaan faaya adda addaa kanneen akka worqiif kanneen biroo qabatee osoo miliquuf yaaluu hirmaana qeerroof poolisiin Oromiyaa taasisaniin too’anna jala olee jira.Essa akka fideef essa akka geessuuf deemaa jiru dhimmi isaa qoratamaa jira.

Via QM



“Gadda lammiilee keenya humna diinaatiin wareegamaniif qeerroon magaalaa Mattuu akkasitti addababayiirratti walgahee oole”


“Aanaa Haawwaa Galaan magaalaa gabaa roobii hiriira guyyaa har’aa barattootaaf uummata,aabba gadaa waliin hodhameedha.08/04/2010”
Jawar Mohammed


Mormii cimmaa godhama jirraa Hawa Galan, Qelam Walaga

Biqilaa Biyyaa

Leave a comment.

Your email address will not be published. Required fields are marked*